Efesoon 2:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Fannoo irratti du'uudhaan gosa lamaanuu akka dhagna tokkotti, Waaqayyotti araarsuudhaaf, ofii isaatiin diinummaa balleesse*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 fannoo ittiin diinummaa isaanii ajjeese sanaan lamaan isaanii iyyuu dhagna tokko godhee Waaqatti araarse. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ፈኖ እቲን ዲኑማሳኒ አጄሴ ሰናን ለማንሳኒዩ ዸግነ ቶኮ ጎዼ ዋቀት አራርሴ። Sien die hoofstuk |