Efesoon 2:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Nuyi hojii harka isaatii ti, hojii gaarii isa Waaqayyo duraan dursee qopheesse keessa akka deddeebinuuf karaa Kristos Yesus uumamne*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Nu hojii harka isaatii; hojii gaarii Waaqni duraan dursee akka nu hojjennuuf qopheesse sana akka hojjennuufis karaa Kiristoos Yesuusiin uumamne. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኑ ሆጂ ሀርከሳቲ፤ ሆጂ ጋሪ ዋቅን ዱራን ዱርሴ አከ ኑ ሆጄትኑፍ ቆጴሴ ሰነ አከ ሆጄትኑፍስ ከራ ክርስቶስ ዬሱሲን ኡመምኔ። Sien die hoofstuk |