Efesoon 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waaqayyo waan isatti gaarii fakkaate karaa Kristos itti yaadee of dura kaa'atee ture; ammas dhoksaan fedha isaa kun nu biratti akka beekamu godhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Innis akka nu icciitii fedhii isaa kan akka yaada isaa isa gaarii inni karaa Kiristoosiin karoorfate sana beeknu godhe; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እንስ አከ ኑ እጪቲ ፌዺሳ ከን አከ ያደሳ እሰ ጋሪ እን ከራ ክርስቶሲን ከሮርፈቴ ሰነ ቤክኑ ጎዼ፤ Sien die hoofstuk |