Efesoon 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Akka badhaadhummaa ayyaana isaattis Kristos dhiiga isaa nuuf dhangalaasuu isaatiin furamuu, dhiifamuu cubbuus qabna*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Nus isumaan akkuma badhaadhummaa ayyaana Waaqaatti dhiiga isaatiin furama jechuunis, dhiifama cubbuu arganneerra; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ኑስ እሱማን አኩመ በዻዹማ አያነ ዋቃት ዺገሳቲን ፉረመ ጄቹንስ፣ ዺፈመ ጩቡ ቀብነ፤ Sien die hoofstuk |