Efesoon 1:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Inni hojii aangoo isaa kanaan Kristosin warra du'an keessaa kaasee, waaqa irrattis gara mirga ofii isaatii isa teessise*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 kan inni ittiin Kiristoosin warra duʼan keessaa kaasee samii irratti mirga ofii teessise sana mulʼisee dha; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ከን እን እቲን ክርስቶስን ወረ ዱአን ኬሳ ካሴ ሰሚረት ምርገ ኦፊ ቴስሴ ሰነ ሙልእሴዸ፤ Sien die hoofstuk |