Efesoon 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Waaqayyo gooftaa keenyaa Yesus Kristos, abbaan ulfinaa hafuura ogeessota isin godhu, Waaqayyoon beekuus isa isinitti mul'isu, akka isiniif kennuuf nan kadhadha. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Waaqni Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos, Abbaan ulfinaa, akka isin guutummaatti isa beektaniif Hafuura ogummaa fi mulʼataa akka isinii kennu nan kadhadha. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ዋቅን ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ፣ አባን ኡልፍና፣ አከ እስን ጉቱማት እሰ ቤክተኒፍ ሀፉረ ኦጉማፊ ሙልአታ አከ እስኒ ኬኑ ነንከዸዸ። Sien die hoofstuk |