Efesoon 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Ammas ani gooftaa Yesusitti amanuu keessan warra Waaqayyoof qulqullaa'an jaallachuu keessanis dhaga'eera*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Kanaafuu ani waaʼee amantii isin Gooftaa Yesuusitti qabdanii fi jaalala isin qulqulloota hundaaf qabdanii dhagaʼee Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ከናፉ አን ዋኤ አመንቲ እስን ጎፍታ ዬሱስት ቀብደኒፊ ጃለለ እስን ቁልቁሎተ ሁንዳፍ ቀብደኒ ዸገኤ Sien die hoofstuk |