Efesoon 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Hafuurri qulqulluun immoo warri kan Waaqayyoo ta'an galata ulfina isaatiif yeroo furamanitti wanta nuyi argachuuf jirruuf qabdii keenya*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 innis warri kan Waaqayyoo taʼan galata ulfina isaatiif yeroo furamanitti wanta nu argachuuf jirruuf qabdii keenya. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 እንስ ወር ከን ዋቀዮ ተአን ገለተ ኡልፍነሳቲፍ ዬሮ ፉረመንት ወንተ ኑ አርገቹፍ ጅሩፍ ቀብዲኬኘ። Sien die hoofstuk |