Daaniʼel 9:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 nuyi cubbuu hojjenne, in yakkine, in jal'anne, si irrattis in kaane, abboommota kee irraa, wanta qajeelaa ta'ee si duratti fudhatame irraas in deebine; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 nu cubbuu hojjenneerra; balleessineerras. Nu jalʼoota turre; fincilleerras; ajajaa fi seera kee irraa garagalleerra. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ኑ ጩቡ ሆጄትኔረ፤ በሌስኔረስ። ኑ ጀልኦተ ቱሬ፤ ፍንጭሌረስ፤ አጀጃፊ ሴረኬራ ገረገሌረ። Sien die hoofstuk |