Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 9:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Ani cubbuu himadhee Waaqayyo gooftaa koo nan kadhadhe,<<Yaa Waaqayyo gooftaa, ati guddaa dha, in sodaachiftas! Warra si jaallatan warra abboommota kee eeganiifis kakuu kee in eegda, gaarummaa kees isaanitti in argisiifta*;

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Anis Waaqayyo Waaqa kootti kadhannaa dhiʼeessee akkana jedheen cubbuu saba kootii himadhe: “Yaa Gooftaa, Waaqa guddaa fi akka malee sodaachisaa kan warra si jaallatanii ajaja kee eegan hundaaf kakuu jaalala keetii eegdu,

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 አንስ ዋቀዮ ዋቀኮት ከዸትና ዽኤሴ አከነ ጄዼን ጩቡ ሰበኮቲ ህመዼ፦ “ያ ጎፍታ፣ ዋቀ ጉዳፊ አከ መሌ ሶዳችሳ ከን ወረ ስ ጃለተኒ አጀጀኬ ኤገን ሁንዳፍ ከኩ ጃለለኬቲ ኤግዱ፣

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 9:4

Volg ons:

Advertensies


Advertensies