Daaniʼel 9:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Ani immoo gara Waaqayyo gooftaa ilaalee, soomuudhaan, uffata gaddaa uffachuudhaan, daaraa keessa taa'uudhaanis kadhataa fi himata gara isaatti nan dhi'eeffadhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Kanaafuu ani deebii barbaadee kadhannaa fi waammataan, soomaan, wayyaa gaddaa uffachuudhaa fi daaraa keessa taaʼuudhaan gara Waaqayyoo Gooftaatti nan deebiʼe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ከናፉ አን ዴቢ በርባዴ ከዸትናፊ ዋመታን፣ ሶማን፣ ወያ ገዳ ኡፈቹዻፊ ዳራ ኬሰ ታኡዻን ገረ ዋቀዮ ጎፍታት ነንዴብኤ። Sien die hoofstuk |