Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 9:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 Dubbii kanaan kadhachaa utuun jiruu, Gabri'el inni nama fakkaate ani duraan mul'atatti arge, yeroo aarsaa galgalaatti dadhabee utuun jiruu balali'ee na bira ga'e*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 utuu ani amma illee kadhannaa irra jiruu, Gabriʼeel namichi ani mulʼata koo duraa keessatti arge sun, yeroo aarsaa galgalaatti ariitiidhaan barrisaa gara koo dhufe.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 ኡቱ አን አመሌ ከዸትናረ ጅሩ፣ ገብርኤል ነምች አን ሙልአተኮ ዱራ ኬሰት አርጌ ሱን፣ ዬሮ ኣርሳ ገልገላት አሪቲዻን በርሳ ገረኮ ዹፌ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 9:21

Volg ons:

Advertensies


Advertensies