Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 9:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

20 Ani dubbii kanaan nan kadhadhe, cubbuu koo fi cubbuu saba koo Israa'el nan himadhe; tulluu Waaqayyo koo isa qulqullaa'aadhaaf himata koo Waaqayyo gooftaa koo duratti nan dhi'eeffadhe.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

20 Utuu ani dubbichaa fi kadhachaa, cubbuu kootii fi cubbuu saba koo Israaʼel himachaa, tulluu isaa qulqulluufis Waaqayyo Waaqa koo gaafachaa jiruu,

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

20 ኡቱ አን ዱብቻፊ ከዸቻ፣ ጩቡኮቲፊ ጩቡ ሰበኮ እስራኤል ህመቻ፣ ቱሉሳ ቁልቁሉፍስ ዋቀዮ ዋቀኮ ጋፈቻ ጅሩ፣

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 9:20

Volg ons:

Advertensies


Advertensies