Daaniʼel 9:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Yaa gooftaa, dhaggeeffadhu! Yaa gooftaa, nuuf dhiisi! Yaa gooftaa, yaadaan qabi! Waan tokkos godhi! Mandarri kee fi sabni kee maqaa keetiin waan waamamaniif, yaa Waaqayyo ko, maqaa keef jedhii lafa irra harkisuu dhiisi!>> nan jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Yaa Gooftaa dhaggeeffadhu! Yaa Gooftaa dhiifama nuu godhi! Yaa Gooftaa dhagaʼiitii waa hojjedhu! Yaa Waaqa ko, sababii magaalaan keetii fi sabni kee Maqaa keetiin waamamuuf ati hin turin.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ያ ጎፍታ ዸጌፈዹ! ያ ጎፍታ ዺፈመ ኑ ጎዽ! ያ ጎፍታ ዸገኢቲ ዋ ሆጄዹ! ያ ዋቀኮ፣ ሰበቢ መጋላንኬቲፊ ሰብንኬ መቃኬቲን ዋመሙፍ አት ህንቱርን።” Sien die hoofstuk |