Daaniʼel 9:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Ammas yaa Waaqayyo keenyaa, kadhataa fi himata garbicha kee dhaggeeffadhu! Yaa gooftaa, maqaa keef jedhii mana qulqullummaa kee isa diigamee bade fuula ifaadhaan ilaali*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 “Egaa yaa Waaqa keenya, kadhannaa fi waammata garbicha keetii dhagaʼi. Yaa Gooftaa, ulfina keetiif jedhiitii fuula kee gara iddoo kee qulqulluu one sanaatti deebisi. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 “ኤጋ ያ ዋቀኬኘ፣ ከዸትናፊ ዋመተ ገርብቸኬቲ ዸገእ። ያ ጎፍታ፣ ኡልፍነኬቲፍ ጄዺቲ ፉለኬ ገረ እዶኬ ቁልቁሉ ኦኔ ሰናት ዴብስ። Sien die hoofstuk |