Daaniʼel 9:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Nuyi akka abboommii seera isaa isa inni karaa hojjetoota isaa raajotaa nuuf kenneetti deddeebi'uudhaaf, sagalee Waaqayyo gooftaa keenyaa hin dhaggeeffanne. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 nu Waaqayyo Waaqa keenyaaf hin ajajamne yookaan seera isaa kan inni karaa tajaajiltoota isaa raajotaatiin nuuf kenne sana hin eegne. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኑ ዋቀዮ ዋቀኬኛፍ ህንአጀጀምኔ ዮካን ሴረሳ ከን እን ከራ ተጃጅልቶተሳ ራጆታቲን ኑፍ ኬኔ ሰነ ህንኤግኔ። Sien die hoofstuk |