Daaniʼel 8:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Warra arfan kana keessaa isa tokko irratti immoo gaanfi xinnaan tokko biqilee, dameen isaas gara mirgaatti, gara ba'a-biiftuutti, gara biyya isa Waaqayyo ulfinaan guuteettis hammana kan hin jedhamne in guddate*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Afran isaanii keessaa isa tokko keessaa gaanfi biraa baʼe; innis xinnaa fakkaatee ergasii garuu humnaan jabaatee gara kibbaa, gara lixa biiftuutii fi Biyya Bareedduu sanaatti guddate. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 አፍረንሳኒ ኬሳ እሰ ቶኮ ኬሳ ጋንፍ ብራ በኤ፤ እንስ ጥና ፈካቴ ኤርገሲ ገሩ ሁምናን ጀባቴ ገረ ክባ፣ ገረ ልጠ ቢፍቱቲፊ ብየ በሬዱ ሰናት ጉደቴ። Sien die hoofstuk |