Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 8:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

25 Haxxummaa isaatiin harka isaa jalatti gowwoomsaan akka wal-qixxaatuuf in godha; yaada ofii isaatiinis baay'ee of in guddisa; utuu nagaatti jiranii namoota baay'ee in balleessa; inni guddaa gurguddootaa irratti in ka'a, inni garuu harki namaa utuu itti hin bu'in in caba*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

25 Inni badhaadhuuf jedhee gowwoomsaa hojjeta; akka nama guddaattis of ilaala. Inni yommuu isaan waan nagaa qaban seʼanitti baayʼee isaanii balleessee Mootii moototaattis ni kaʼa. Taʼu illee inni ni bada; garuu humna namaatiin miti.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

25 እን በዻዹፍ ጄዼ ጎዎምሳ ሆጄተ፤ አከ ነመ ጉዳትስ ኦፍ እላለ። እን ዮሙ እሳን ዋን ነጋ ቀበን ሴአንት ባይኤሳኒ በሌሴ ሞቲ ሞቶታትስ ንከአ። ተኡሌ እን ንበደ፤ ገሩ ሁምነ ነማቲን ምት።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 8:25

Volg ons:

Advertensies


Advertensies