Daaniʼel 8:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 <<Gara dhuma mootummaa isaan kanaatti, warri irra-daddarbituun safara irra-daddarbaa isaanii yeroo guuttatan, mootiin ija-hin fuuneen, dubbii qabsiisu tokko ka'uuf jira; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 “Dhuma bulchiinsa isaaniitti, yeroo finciltoonni akka malee hammaachaa deemanitti mootiin adda jabeessi hibboo hubatu tokko ni kaʼa. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 “ዹመ ቡልቺንሰሳኒት፣ ዬሮ ፍንጭልቶትን አከ መሌ ሀማቻ ዴመንት ሞቲን አደ ጀቤስ ህቦ ሁበቱ ቶኮ ንከአ። Sien die hoofstuk |