Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 8:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 Yeroo inni anaa wajjin dubbachaa jirutti, ani fuula koo gara lafaatti gad gombiseen of wallaale; inni garuu harka isaatiin na qabee iddoo ani ture na dhaabachiisee,

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 Yeroo inni natti dubbachaa turettis, ani addaan lafatti gombifamee hirriba cimaa keessan ture. Inni garuu na tuqee ol na qabee miilla kootiin na dhaabe.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 ዬሮ እን ነት ዱበቻ ቱሬትስ፣ አን አዳን ለፈት ጎምብፈሜ ህርበ ጭማ ኬሰን ቱሬ። እን ገሩ ነ ቱቄ ኦል ነ ቀቤ ሚለኮቲን ነ ዻቤ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 8:18

Volg ons:

Advertensies


Advertensies