Daaniʼel 8:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Kana irratti Gabri'el gara iddoo ani dhaabadhuu dhufe; yeroo inni dhufe immoo na'een adda kootiin gad gombifame; inni garuu,<<Yaa mucaa namaa, mul'atichi bara gara dhumaatiif ta'uu isaa hubadhu!>> naan jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Akkuma inni iddoo ani dhaabachaa ture dhufeen ani rifadheen addaan lafatti gombifame. Innis, “Yaa ilma namaa, akka mulʼanni sun waaʼee bara dhumaa argisiisu hubadhu” naan jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 አኩመ እን እዶ አን ዻበቻ ቱሬ ዹፌን አን ርፈዼን አዳን ለፈት ጎምብፈሜ። እንስ፣ “ያ እልመ ነማ፣ አከ ሙልአትን ሱን ዋኤ በረ ዹማ አርግሲሱ ሁበዹ” ናን ጄዼ። Sien die hoofstuk |