Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 8:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Inni hamma isa macca waaqa irraa abboomuutti iyyuu of guddiseera; aarsaan walitti fufee isa abboomu sanaaf dhi'eeffamus duraa in fudhatame; lafti iddoo qulqullaa'aa isaas in gara galfame*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Akka waan ajajaa loltoota Waaqaatiin wal qixxaateettis mataa ol qabate; aarsaa guyyaa guyyaa illee isa irraa fudhate; iddoon isaa qulqulluunis gad darbatame.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 አከ ዋን አጀጃ ሎልቶተ ዋቃቲን ወል ቅጣቴትስ መታ ኦል ቀበቴ፤ ኣርሳ ጉያ ጉያሌ እሰራ ፉዸቴ፤ እዶንሳ ቁልቁሉንስ ገድ ደርበተሜ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 8:11

Volg ons:

Advertensies


Advertensies