Daaniʼel 8:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Hamma macca waaqaatti iyyuu baay'ee in guddate; macca urjootaa keessaas kaan gad darbatee lafatti isaan dhidhiite*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Gaafni sunis hamma raayyaa samiiwwanii qaqqabee raayyaa urjiiwwanii keessaa tokko tokko lafatti gad darbatee of jalatti dhidhiitutti guddate. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ጋፍን ሱንስ ሀመ ራያ ሰሚወኒ ቀቀቤ ራያ ኡርጂወኒ ኬሳ ቶኮ ቶኮ ለፈት ገድ ደርበቴ ኦፍ ጀለት ዽዺቱት ጉደቴ። Sien die hoofstuk |