Daaniʼel 7:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 <<Kunoo, bineensi inni lammaffaan immoo amaaketa in fakkaata; inni immoo gara fuula isaa duraan ol ka'ee, lafee cinaachaa sadii ilkaaniin qabee afaan isaatti in baata ture;<<Ka'i, foon baay'ee nyaadhu!>> ittiin jedhame. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 “Kunoo bineensi lammaffaan amaaketa fakkaatu fuula koo dura ture. Innis cinaacha isaa tokkoon ol jedhee ture; afaan isaa keessatti ilkaan isaa gidduutti lafee cinaachaa sadii qabatee ture. Bineensa sanaanis, ‘Kaʼiitii hamma quuftutti foon nyaadhu!’ jedhan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 “ኩኖ ብኔንስ ለመፋን አማኬተ ፈካቱ ፉለኮ ዱረ ቱሬ። እንስ ጭናቸሳ ቶኮን ኦል ጄዼ ቱሬ፤ አፋንሳ ኬሰት እልካንሳ ግዱት ለፌ ጭናቻ ሰዲ ቀበቴ ቱሬ። ብኔንሰ ሰናንስ፣ ‘ከኢቲ ሀመ ቁፍቱት ፎን ኛዹ!’ ጄዸን። Sien die hoofstuk |