Daaniʼel 7:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Egaa inni anatti himu sun,<<Bineensi inni afuraffaan immoo, mootummaa isa afuraffaa ta'ee biyya lafaa irratti argamuuf jiruu dha; inni mootummoota hundumaa irraa kan gargar ta'ee dha, guutummaa lafaa in liqimsa, gad in dhidhiita in caccabsas. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 “Innis akkana naan jedhe: ‘Bineensi afuraffaan sun mootummaa afuraffaa lafa irratti mulʼatuu dha. Inni mootummoota kaan hunda irraa adda; guutummaa lafaa barbadeessee gad dhidhiitee daaraa godha. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 “እንስ አከነ ናን ጄዼ፦ ‘ብኔንስ አፉረፋን ሱን ሞቱማ አፉረፋ ለፈረት ሙልአቱዸ። እን ሞቱሞተ ካን ሁንደራ አደ፤ ጉቱማ ለፋ በርበዴሴ ገድ ዽዺቴ ዳራ ጎዸ። Sien die hoofstuk |