Daaniʼel 7:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Daani'el itti fufee,<<Kunoo! Qilleensonni bantii waaqaa jalaa golee arfanii qilleensa'anii galaana isa guddaa raasuu isaanii halkan mul'ataan nan arge*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Daaniʼel akkana jedhe; “Ani halkan sana mulʼata koo keessatti nan ilaale; kunoo qilleensonni samii afran fuula koo duratti galaana guddaa raasaa turan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዳንኤል አከነ ጄዼ፤ “አን ሀልከን ሰነ ሙልአተኮ ኬሰት ነንእላሌ፤ ኩኖ ቅሌንሶትን ሰሚ አፍረን ፉለኮ ዱረት ገላነ ጉዳ ራሳ ቱረን። Sien die hoofstuk |