Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 7:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Bineensonni warri hafan immoo mootummaan isaanii isaan irraa in fudhatame, ofii isaaniitii garuu yeroodhaaf, kutaa baraafis jiraachuun isaaniif in kenname*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Bineensota kaan irraa immoo aangoon isaanii ni fudhatame; garuu akka isaan yeroof jiraatan ni eeyyamameef.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ብኔንሶተ ካንራሞ ኣንጎንሳኒ ንፉዸተሜ፤ ገሩ አከ እሳን ዬሮፍ ጅራተን ንኤየመሜፍ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 7:12

Volg ons:

Advertensies


Advertensies