Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 6:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Ati mootichi,<<Namni hamma guyyaa soddomaatti gara kee duwwaatti malee, gara Waaqayyo tokkootti yookiis gara namaatti kadhata tokko illee dhi'eesse, boolla leencotaa keessa akka buufamuuf>> abboommii dhaabataa baaftee isa ittifame kanas cimsitee hojii irra akka oolchituuf, warri mata-dureen mootummichaa, warri mataa kutaa hojii irra jiran, warri kutaa biyyaa bulchan, gurguddoonni mana mootichaa, abboonni biyyaas hundinuu waliif galaniiru.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Yaa mootii, akka namni hamma bultii soddomaatti si malee Waaqa yookaan nama kam iyyuu kadhatu kam iyyuu boolla leencaatti darbatamu, akka mootichi labsii baasee ajajni isaas cimu bulchitoonni mootummaa, muudamoonni, ilmaan moototaa, gorsitoonnii fi qondaaltonni hundi walii galaniiru.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ያ ሞቲ፣ አከ ነምን ሀመ ቡልቲ ሶዶማት ስ መሌ ዋቀ ዮካን ነመ ከምዩ ከዸቱ ከምዩ ቦለ ሌንጫት ደርበተሙ፣ አከ ሞትች ለብሲ ባሴ አጀጅንሳስ ጭሙ ቡልችቶትን ሞቱማ፣ ሙደሞን፣ እልማን ሞቶታ፣ ጎርስቶትኒፊ ቆንዳልቶትን ሁንድ ወሊ ገለኒሩ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 6:7

Volg ons:

Advertensies


Advertensies