Daaniʼel 6:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Egaa warri mataa ta'aniif warri kutaa mootummaa bulchan kun wal ga'anii gara mootichaa dhaqanii,<<Yaa Daariyos mootii, bara baraan jiraadhu! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Kanaafuu bulchitoonni ol aantonnii fi ilmaan moototaa tokkummaadhaan mooticha bira dhaqanii akkana jedhan; “Yaa Daariyoos mooticha, bara baraan jiraadhu! Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ከናፉ ቡልችቶትን ኦል ኣንቶትኒፊ እልማን ሞቶታ ቶኩማዻን ሞትቸ ብረ ዸቀኒ አከነ ጄዸን፤ “ያ ዳርዮስ ሞትቸ፣ በረ በራን ጅራዹ! Sien die hoofstuk |