Daaniʼel 6:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Kana irratti jarri kun,<<Karaa wanta seera Waaqayyo isaa ilaalu yoo barbaanne malee, nuyi karaa ittiin Daani'el kana irratti kaanu hin argannu!>> waliin jedhan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Dhuma irrattis namoonni kunneen, “Yoo waan seera Waaqa isaatiin wal qabatu taʼe malee waan ittiin namicha Daaniʼel jedhamu kana himannu tokko iyyuu hin argannu” jedhan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ዹመረትስ ነሞትን ኩኔን፣ “ዮ ዋን ሴረ ዋቀሳቲን ወል ቀበቱ ተኤ መሌ ዋን እቲን ነምቸ ዳንኤል ጄዸሙ ከነ ህመትኑ ቶኮዩ ህንአርገትኑ” ጄዸን። Sien die hoofstuk |