Daaniʼel 6:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Inni in oolcha, in hoofkalchas; inni bantii waaqaa keessatti, lafa irrattis, milikkitoota in argisiisa, dinqiiwwan in hojjeta; Daani'elin harka leencotaa keessaa inni oolche isa!>> jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Inni ni baraara; ni oolchas; samii keessaa fi lafa irratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan hojjeta. Inni Daaniʼelin, afaan leencotaatii baaseera.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 እን ንበራረ፤ ንኦልቸስ፤ ሰሚ ኬሳፊ ለፈረት መለቶወኒፊ ድንቂወን ሆጄተ። እን ዳንኤልን፣ አፋን ሌንጮታቲ ባሴረ።” Sien die hoofstuk |