Daaniʼel 6:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Kunoo ani abboommii baaseera, namni guutummaa mootummaa koo keessa jiru Waaqayyo isa kan Daani'el haa sodaatu; isa durattis haa hollatu! Inni Waaqayyo jiraataa dha, bara baraan dhaabataa dha; mootummaan isaa matumaa hin balleeffamu, barri mo'icha isaas dhuma hin qabu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 “Ani akka namni kutaa mootummaa kootii hunda keessatti Waaqa Daaniʼel sodaatuu fi akka ulfina isaaf kennu labsii kana baaseera. “Inni Waaqa jiraataa, kan bara baraan jiraatuu dha; mootummaan isaa hin badu; bulchiinsi isaas dhuma hin qabu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 “አን አከ ነምን ኩታ ሞቱማኮቲ ሁንደ ኬሰት ዋቀ ዳንኤል ሶዳቱፊ አከ ኡልፍነ እሳፍ ኬኑ ለብሲ ከነ ባሴረ። “እን ዋቀ ጅራታ፣ ከን በረ በራን ጅራቱዸ፤ ሞቱማንሳ ህንበዱ፤ ቡልቺንስሳስ ዹመ ህንቀቡ። Sien die hoofstuk |