Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 6:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

23 Ooluu isaatiif mootichi baay'ee gammadee, Daani'el boollicha keessaa akka ol baafamu abboome; kana irratti Daani'el boollicha keessaa ol baafame; Waaqayyo isaa amanatee waan tureefis, miidhamni tokko illee isa irratti hin argamne*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

23 Mootichis akka malee gammadee akka Daaniʼel boolla keessaa baafamu ajaje. Daaniʼelis waan Waaqa isaa amanatee tureef yommuu boollaa baʼetti madaan tokko iyyuu isa irratti hin argamne.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

23 ሞትችስ አከ መሌ ገመዴ አከ ዳንኤል ቦለ ኬሳ ባፈሙ አጀጄ። ዳንኤልስ ዋን ዋቀሳ አመነቴ ቱሬፍ ዮሙ ቦላ በኤት መዳን ቶኮዩ እሰረት ህንአርገምኔ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 6:23

Volg ons:

Advertensies


Advertensies