Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 6:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 Waaqayyo koo ergamaa isaa ergee afaan leencotaa cufsiise, kanaaf isaan ana hin miine; anoo isa duratti mudaa malee nan argame, si durattis yaa mootii, dabaa hin hojjenne>> jedhe*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 Waaqni koo ergamaa isaa ergee afaan leencotaa cufe. Sababii ani fuula isaa duratti qulqulluu taʼee argameef isaan homaa na hin goone. Yaa Mootii ani fuula kee durattis yakka tokko illee hin hojjenneetii.”

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 ዋቅንኮ ኤርገማሳ ኤርጌ አፋን ሌንጮታ ጩፌ። ሰበቢ አን ፉለሳ ዱረት ቁልቁሉ ተኤ አርገሜፍ እሳን ሆማ ነ ህንጎኔ። ያ ሞቲ አን ፉለኬ ዱረትስ የከ ቶኮሌ ህንሆጄትኔቲ።”

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 6:22

Volg ons:

Advertensies


Advertensies