Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 6:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 Kana booddee mootichi gara mana mootummaa isaatti in deebi'e, halkan sanas nyaanni, wanti biraa kan isa dagachiisus itti hin dhi'aanne, hirribnis ija isaa irraa in baqate.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 Ergasiis mootichi gara masaraa mootummaa isaatti deebiʼee halkan guutuu utuu waa hin nyaatinii fi gammachuu hin argatin hirriba malee bule.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 ኤርገሲስ ሞትች ገረ መሰራ ሞቱማሳት ዴብኤ ሀልከን ጉቱ ኡቱ ዋ ህንኛትኒፊ ገመቹ ህንአርገትን ህርበ መሌ ቡሌ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 6:18

Volg ons:

Advertensies


Advertensies