Daaniʼel 6:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Kana irratti mootichi abboomnaan Daani'elin fidanii boolla leencotaa keessa in buusan; mootichis Daani'eliin,<<Waaqayyo kee inni ati ittuma fuftee waaqessitu si haa oolchu!>> jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Kanaafuu mootichi ajaja kenne; isaanis Daaniʼelin fidanii boolla leencaatti darbatan. Mootichis Daaniʼeliin, “Waaqni kee kan ati yeroo hunda isa tajaajiltu si haa baraaru!” jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ከናፉ ሞትች አጀጀ ኬኔ፤ እሳንስ ዳንኤልን ፍደኒ ቦለ ሌንጫት ደርበተን። ሞትችስ ዳንኤሊን፣ “ዋቅንኬ ከን አት ዬሮ ሁንደ እሰ ተጃጅልቱ ስ ሃበራሩ!” ጄዼ። Sien die hoofstuk |