Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 6:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Kana irratti namoonni sun wal ga'anii gara mootichaa dhufanii mootichaan,<<Akka seera Medoonii fi Faaresitti, ittisi yookiis abboommiin dhaabataan mootichi baasu tokko geddaramuu akka hin dandeenye beeki, yaa mootii!>> jedhan*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Ergasii jarri gareedhaan mootichatti dhiʼaatanii, “Yaa mootii, akka seera Meedeetii fi Faares akka seerri mootiin tokko baase yookaan ajajni inni kenne geeddaramuu hin dandeenye beeki” jedhaniin.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ኤርገሲ ጀር ገሬዻን ሞትቸት ዽኣተኒ፣ “ያ ሞቲ፣ አከ ሴረ ሜዴቲፊ ፋሬስ አከ ሴር ሞቲን ቶኮ ባሴ ዮካን አጀጅን እን ኬኔ ጌደረሙ ህንደንዴኜ ቤክ” ጄዸኒን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 6:15

Volg ons:

Advertensies


Advertensies