Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 6:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Yommus isaan mootichaan,<<Daani'el inni warra biyya Yihudaatii booji'aman keessaa sun, abboommii kee, ittisa ati milikkita itti gootes hin ulfeessu, yaa mootii! Kadhata isaas guyyaatti si'a sadii in dhi'eeffata>> jedhan*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Isaan mootichaan, “Yaa mootii, warra Yihuudaadhaa boojiʼaman keessaa Daaniʼel siifis seera ati baafteefis xiyyeeffannaa hin kennu. Inni ammas guyyaatti yeroo sadii Waaqa isaa kadhata” jedhan.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 እሳን ሞትቻን፣ “ያ ሞቲ፣ ወረ ይሁዳዻ ቦጅአመን ኬሳ ዳንኤል ሲፍስ ሴረ አት ባፍቴፍስ ጥዬፈትና ህንኬኑ። እን አመስ ጉያት ዬሮ ሰዲ ዋቀሳ ከዸተ” ጄዸን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 6:13

Volg ons:

Advertensies


Advertensies