Daaniʼel 6:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Daariyos mootichi kutaa mootummaa isaa hundumaa akka bulchaniif, namoota dhibbaa fi digdama hojii mootummaa irra dhaabuu in jaallate*; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Daariyoos akka isaan guutummaa mootummaa isaa keessatti bulchitoota taʼaniif ilmaan moototaa 120 muuduu barbaade; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ዳርዮስ አከ እሳን ጉቱማ ሞቱማሳ ኬሰት ቡልችቶተ ተአኒፍ እልማን ሞቶታ 120 ሙዱ በርባዴ፤ Sien die hoofstuk |