Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 5:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Yommus beektonni mootichaa hundinuu ol lixan; garuu caaffaticha dubbisuu, hiikaa isaas mootichatti beeksisuu hin dandeenye*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Ergasiis ogeeyyiin mootichaa hundi ol seenan; isaan keessaa garuu namni katabbii sana dubbisuu yookaan hiikkaa isaa mootichatti himuu dandaʼu tokko iyyuu hin argamne.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ኤርገሲስ ኦጌዪን ሞትቻ ሁንድ ኦል ሴነን፤ እሳን ኬሳ ገሩ ነምን ከተቢ ሰነ ዱብሱ ዮካን ሂካሳ ሞትቸት ህሙ ደንደኡ ቶኮዩ ህንአርገምኔ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 5:8

Volg ons:

Advertensies


Advertensies