Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 5:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Isaan daadhii waynii in dhugu, waaqayyolii warra warqee irraa, meetii irraa, sibiila diimaa irraa, sibiila irraa, muka irraa, dhagaa irraas tolfaman in jajatu turan*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Isaan utuma daadhii wayinii sana dhugaa jiranuu, waaqota warqeetii fi meetii, kan naasiitii fi sibiilaa, kan mukaatii fi dhagaa galateeffatan.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 እሳን ኡቱመ ዳዺ ወይኒ ሰነ ዹጋ ጅረኑ፣ ዋቆተ ወርቄቲፊ ሜቲ፣ ከን ናሲቲፊ ስቢላ፣ ከን ሙካቲፊ ዸጋ ገለቴፈተን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 5:4

Volg ons:

Advertensies


Advertensies