Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 5:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

29 Yommus Belshaazaar uffata bildiimaa Daani'elitti akka uffisan, dirata warqees morma isaatti akka kaa'an abboome; mootummicha keessattis iddoo isa sadaffaa qabatee mo'uu isaa akka labsan in godhe*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

29 Ergasii ajaja Beelshaazaariin Daaniʼelitti uffata diimaa dhiilgee uffisan; morma isaattis faaya warqee kaaʼaniif; mootummaa sana irrattis bulchaa ol aanaa sadaffaa taʼee muudame.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

29 ኤርገሲ አጀጀ ቤልሻዛሪን ዳንኤልት ኡፈተ ዲማ ዺልጌ ኡፍሰን፤ ሞርመ እሳትስ ፋየ ወርቄ ካአኒፍ፤ ሞቱማ ሰነረትስ ቡልቻ ኦል ኣና ሰደፋ ተኤ ሙደሜ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 5:29

Volg ons:

Advertensies


Advertensies