Daaniʼel 5:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Hiikaan dubbii kanaas,<<Mene, mene?, jechuun <<Lakkaa'e, lakkaa'e>> jechuu dha; kanaaf Waaqayyo bara mootummaa keetii lakkaa'ee, mootummaan kee akka dhumu godheera. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 “Hiikkaan isaas kana: “Maanee jechuun Waaqni bara kee murteessee gara dhumaatti fide jechuu dha. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 “ሂካንሳስ ከነ፦ “ማኔ ጄቹን ዋቅን በረኬ ሙርቴሴ ገረ ዹማት ፍዴ ጄቹዸ። Sien die hoofstuk |