Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 5:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 inni namoota gidduudhaa in baafame, sammuun isaa akka sammuu bineensaa in ta'e, iddoon jireenya isaas harroota diidaa wajjin in ta'e, akkuma sangaa marga in nyaate, dhagni isaa fixeensa waaqaraatiin in tortore; Waaqayyo inni hundumaa gara irraa jiru mootummaa namootaa irratti akka mo'u, abbaa ofii isaatii jaallateef akka isa kennus hamma inni beekutti wanti kun isa irra ture*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 Inni uummata keessaa ariʼamee qalbiin horii kennameef; harroota diidaa wajjin jiraatee akka loonii marga nyaate; inni hamma akka Waaqni Waan Hundaa Olii mootummoota namootaa irratti bulchaa taʼee fi akka inni abbaa fedhe isaan irratti muudu beekutti dhagni isaa fixeensa samiitiin jiidhe.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 እን ኡመተ ኬሳ አርአሜ ቀልቢን ሆሪ ኬነሜፍ፤ ሀሮተ ዲዳ ወጅን ጅራቴ አከ ሎኒ መርገ ኛቴ፤ እን ሀመ አከ ዋቅን ዋን ሁንዳ ኦሊ ሞቱሞተ ነሞታረት ቡልቻ ተኤፊ አከ እን አባ ፌዼ እሳንረት ሙዱ ቤኩት ዸግንሳ ፍጤንሰ ሰሚቲን ጂዼ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 5:21

Volg ons:

Advertensies


Advertensies