Daaniʼel 5:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Guddina Waaqayyo isaaf kenne irraa kan ka'es, sabni, gosi, warri afaan garaa garaa dubbatan hundinuus isa in sodaatu, fuula isaa durattis in rom'u turan; inni akkuma jaallatetti nama in ajjeesa, akkuma jaallatetti nama in baraara, akkuma jaallatetti nama ol in kaasa, akkuma jaallatetti gad isa in deebisa ture. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Sababii ol aantummaa inni isaaf kenneef saboonnii fi mootummoonni hundi, namoonni afaan garaa garaa dubbatan ni hollataniif; isa sodaatanis. Mootichis warra ajjeesuu barbaade ni ajjeesa; warra oolchuu barbaade ni oolcha, kan muuduu barbaade ni muuda, kan salphisuu barbaades ni salphisa ture. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ሰበቢ ኦል ኣንቱማ እን እሳፍ ኬኔፍ ሰቦትኒፊ ሞቱሞን ሁንድ፣ ነሞትን አፋን ገራ ገራ ዱበተን ንሆለተኒፍ፤ እሰ ሶዳተንስ። ሞትችስ ወረ አጄሱ በርባዴ ንአጄሰ፤ ወረ ኦልቹ በርባዴ ንኦልቸ፣ ከን ሙዱ በርባዴ ንሙደ፣ ከን ሰልጵሱ በርባዴስ ንሰልጵሰ ቱሬ። Sien die hoofstuk |