Daaniʼel 5:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Kana irratti Daani'elin mooticha duratti in dhi'eessan; mootichi immoo Daani'eliin,<<Yaa Daani'el, ati edaa warra Yihudaa warra abbaan koo mootichi biyya Yihudaatii booji'ee as fide keessaa tokko! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Kanaafuu Daaniʼel fuula mootichaa duratti dhiʼeeffame; mootichis akkana jedheen; “Warra abbaan koo mootichi boojiʼee Yihuudaadhaa fide keessaa kan Daaniʼel jedhamu siʼii? Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ከናፉ ዳንኤል ፉለ ሞትቻ ዱረት ዽኤፈሜ፤ ሞትችስ አከነ ጄዼን፤ “ወረ አባንኮ ሞትች ቦጅኤ ይሁዳዻ ፍዴ ኬሳ ከን ዳንኤል ጄዸሙ ስኢ? Sien die hoofstuk |