Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 5:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Haati mootichaa sagalee mootichaa fi sagalee gurguddoota isaa dhageesse; iddoo jarri taa'anii dhuganitti ol lixxee, isheen,<<Bara baraan jiraadhu, yaa mootii! Yaadni kee hin raafamin, bifni kees hin geddaramin!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Mootittiinis waca mootichaatii fi qondaaltota isaa dhageessee galma cidha sanaa ol seente. Isheenis akkana jette; “Yaa mootii, bara baraan jiraadhu! Hin rifatin; fuulli kees hin geeddaramin!

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ሞትቲንስ ወጨ ሞትቻቲፊ ቆንዳልቶተሳ ዸጌሴ ገልመ ጭዸ ሰና ኦል ሴንቴ። እሼንስ አከነ ጄቴ፤ “ያ ሞቲ፣ በረ በራን ጅራዹ! ህንርፈትን፤ ፉልኬስ ህንጌደረምን!

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 5:10

Volg ons:

Advertensies


Advertensies