Daaniʼel 5:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Belshaazaar mootichi gurguddoota biyyaa kuma tokkoof nyaachisa guddaa godhe; inni warra kuma sana dura taa'ee daadhii waynii in dhuga ture. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Beelshaazaar mootichi qondaaltota isaa kuma tokkoof dhangaa guddaa qopheessee fuula isaanii duratti daadhii wayinii dhuge. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ቤልሻዛር ሞትች ቆንዳልቶተሳ ኩመ ቶኮፍ ዸንጋ ጉዳ ቆጴሴ ፉለሳኒ ዱረት ዳዺ ወይኒ ዹጌ። Sien die hoofstuk |