Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 4:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Kanaaf beektonni Baabilon hundinuu gara kootti ol galanii hiikaa abjichaa akka anatti beeksisaniif abboommii nan baase*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Kanaafuu ani akka isaan abjuu sana naa hiikaniif akka ogeeyyiin Baabilon hundi fuula koo duratti dhiʼeeffaman nan ajaje.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ከናፉ አን አከ እሳን አብጁ ሰነ ና ሂከኒፍ አከ ኦጌዪን ባብሎን ሁንድ ፉለኮ ዱረት ዽኤፈመን ነንአጀጄ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 4:6

Volg ons:

Advertensies


Advertensies