Daaniʼel 4:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ani Nebukadnezaar mana koo keessa of irraa bu'ee, mana mootummaa koo keessas waan hundumaa guuttadhee nan jiraadhan ture. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ani Nebukadnezar natti tolee masaraa mootummaa koottis qananiidhaan mana koo nan jiraadhan ture. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አን ኔቡከድኔዘር ነት ቶሌ መሰራ ሞቱማኮትስ ቀነኒዻን መነኮ ነንጅራዸን ቱሬ። Sien die hoofstuk |